Na hordofnaan ! Koflaa gubatta. Boohaa Bashannanta! Abaaramaa Gammadda ! Midhamtes itti gaafatamta

Joined March 2025
188 Photos and videos
Pinned Tweet
Two Ethiopian 🇪🇹 shop owners in South Africa 🇿🇦, robbed and gunned down by anti immigrant protesters, Caught on CCTV camera. The situation seems beyond robbery and protest. The two guys were surrendered and lying on the ground when the young man first check for the environment and mercilessly shot them down. There must be a terrorist insurgence and therefore the government must act to prevent further harm.
143
196
1,101
99,784
አማራ እና ትግሬ ትዉልድ ተሻጋሪ በሆኑ ወንጀሎች መጫራረስ ቀጥሎውበታል
1
46
The most thankful sister ❤️
2
121
Tuulamni Biyya ✊
3
1
7
89
የ ፉርሴ-ቡላን record ሰባበረው😂
3
1
2
106
Geerarsa kana Joollee WBO qawwee hikkattee galteetti Joolleen Qee turte geerrarte. Qoosatti laallama. Akka entertainment social media irra deema. Garuu balaafamaadha. Adeemsi amnesty fi reinterpretation process hin milkaayintu mul’ata. Wal gaggaalafanni akka jiru akeeka
1
3
113
Facebook is down. Is it working for you guys?
3
1
4
592
We need that Gadaa system and Aba-Dula’s psychological makeup to stabilize the volatile Horn of Africa
1
2
12
305
Hujii Kuruuruu hunda mormine. Koriidara garuu mormuu didne. Maaliif Mormuu didne infirastirakchara ifa addunyaan agartetti nu baasuf karaa bana. Fakkeennaf ITS (Intelligent Transport System). Daandiiwwan keenya Saatalayitiin hin beeku. Keenya callaa niti. Afrikaa madadaan Ardii dukkana. Networkiiwwan postal systems fi qunnamtiiwwan fayinansii mijeessan diriirsuuf koridarri Hujii jalqabaati. Whatever, Koriidarri dassa. Garuu nama buqqa’eef Beenyaan dassaa kafalamuu male. Ammallee murtee kireezii takka qabattee kaate jedhani. Manni Cufti dhoqqee fi mukaan adoo hin taane Dhakaan ijaaramu qaba kan jettu. Kunis murtee daffaariin murteechu, Bu’aan isaa dhaloota itti aanu irratti muldhatu. Akkamitti? Mana dhoqqee gatii salphaa fi humna diqqaan ijaarta. Obviously Dhoqqee bukeechuu fi Dhakaa falaxuun walqixa hin ulfaatu. Mana dhoqqeen ijaarte Fagaatu amata Kudhan keecha jiraatta. Saniin duuba sirratti jiga. Na haaromsi jedha. Dhaloota dhaalchisuu niti, atiyyuu gaafa dulloomte wastinnaa hin qaddu. Mana dhakaa hoo si dabbaree diigde malee hin chocho’u. Manneen Dhaloota Kiristoos dura ijaaraman akka hambaa seenaatti daawwataa jirra. Kuruuruun dhuguma kana murteechitee hujiitti hiiknaan gobaz gobaz jennaan. Ammoo Wanni if eeggatuu malte jira. Maafiyaawwaan real Estate keechatti ijaaraman, Hiyyeecha mana dhakaan ijaaruu hin dandeenne kana akka hin saamne. Malli takka, Dhiyeessa dhakaa keecha Mootummaan harka galfatuu, gatii to’achuu fi faddaalota dhorguu. Simintoo harka maafiyaatii baasuu. Gatii akka gabaan (Demand and supply) murteessu banaa taasisuu adoo hin taane, Mootummaan ifii harka itti naqatee murteessuu. Dallalaaa naggadee (middlemen) hunda “supply chain” keechaa cicciruu. Akka Chaayinaa kanatti jech’uu…. Sana booda Murteen kireeziin kun ammatti Ummata ixiyophiyyaa hin gammachiisu. Dhaloonni itti aanu gaafa mana dhaalu Tankiyu Tankiyu jatti.
3
17
304
Mexico 🇲🇽 Sirkaala qeetti yaamtee garafte. South Africa 🇿🇦 is the past
1
5
154
Baaroo is beyond religion ❤️
3
3
11
137
Quuraa Budaa kana Ammallee hin to’anne mangistiin. Nabsa gaddayii
7
169
Biiroon Aadaaf Turizimii Oromiyaa Konsartii Faana Nagaa fi Artistota mataa dhagaaf Bessee Miliyeenii 36 kenne. Gadaan Tuulama Jila Alangee/Baallii dabarsuu qaba. Jilli kuni daran Miidhagee dagaagee muldhatuuf Bessee barbaachisa. Ittigaafatamummaan Biiroo kanaa inni hangafi ammoo Aadaa dagaagsuufi bargaagsuudha malee Faarsee bulaa erbee raastuuf konsartii Ispoonsaruu niti. Gadaa Tuulamaaf Meeqa kenne?
5
107
Tamalkat Misayelii 😳
3
3
121
Dargaggeeche keenya Raajii Sobduu akka Masarat jala taa’ee Saaksii dhuga. Gariin dhaabii muga. Faranjiin Mana Hiyyeechha keenyaa Bukeechee maraga
5
133
Kuruuruu❗️ - Mootummaa Feenxaqoonxee - Mootummaa Warroballaa - Mootummaa Hattootaa - Mootummaa Sobdootaa - Mooyummaa Mortootaa - Mootummaa Ijjeestotaa - Mootummaa Nabsa-Gaddayyii Wal hin tuqxu. Wal hin hiitu. Kanaaf Masarat Taayyee hidhuu diddi. A bunch of mass mürdèrer The Thurd of Sorghum (Udaan Bisingaa).
1
1
12
154
Namicha Quuraa kana qaba hidhaa. Shororkaa uume kanaafis itti gaafatamuu qaba. Ragaa Metirolojii malee Roobaa fi Hongee farrise. Logically Roobaf hongee al takkatti hin raagdu. Roobnaan Hongeen hin jiru. Hongoofnaan Roobatu bade. Metrological fact 😂❗️ Kan Biraa Ammoo Ragaa geology takka malee Sigiga lafaa farrise. Ammoo kallattii hin akeekne. Bara darbe kibba itoophiyaatti waan uumame eega arge booda taateewwaan dirra lafaa “geological incidents” akkanaa jiraatuu bare malee maanyiimii Mataa quluuti. Elementary barumsa dhaabee amallaxe. Balaa konkolaataa Hamaa farrise. Suni waan inni farrisee ta’u hookan sakkasee hambisu niti. Infirastirakcharaa fi Ogummaa konkolaachisummaan salphata. Sabni garuu akdabaa shororkaahe. Qorqalbii miidhame. Negative energy hedduu sabatti fe’e. Abdii Jireenyaa dhalootatti dukkaneeche. Qabaa Karchallee galchaa. Awash Hookan xollay galchaa qoraan wattaddaraa falacciisaa. Hoo diddan nati buqqee isaa malaaxaa kana irrat Montekiristoo lokkosee xuuxa. Kanuma
1
7
139
Finfinnee ! Magaalaa Guddoo Ixiyophiyyaa! Teessoo Gamtaa Afrikaa! Handhuura fi Magaala Guddoo Oromiyaa! Magaalaa Imbaasii fi Qonxilaawwan Dipilomasii Addunyaa 134 ol keessatti argamu. New York fi Brussels tti aanee akka addunyaatti magaala Politikaan Biizii sadarkaa Sadaffaa. Finfinnee! Finfinnee isuma kan keenyaa! “Urban gang” hin beekkamnetu Hoggana Siyaasa Oromoo jalatti Eegduu ajjeese. Namni kana raawwate hin beekkamne jedhame. Yaaliin To’achuuf taasifamelle haga ammaa hin milkooyne jedhani. Kanaaf “Conspiracy theories” tuttuquun hin barbaachisaa? Ifa jira hoo. Hin beekkama hoo. Guddoo nama gaddisiisa. Garuu Garuu Garuu Falli hin dhibu. Falachuudha. Waaqi Nama ijjeefame kana ekeraa isaa boqochiisinna. Maatii hundaafu jajjabina! Very sorry
1
8
244
Suuran Tamasgeen Xurunaa hoo boqqoolloo keechat hagu kaafame ya nu gahe
3
8
139
Arsii Keecha Oromoo Tuulamaa itti dayate niti. Amahara Kaaba ixiyophiyyaa dhufe niti. Sabaaf Sablammee Gaanfa Afrikaa dhiisi. Jamayikaan Laatin Amerikaa irraa dhufee keecha qubatee jiraata beeki. Bifa faffaceehin akka namni kamuu addunyaa mijatuuf laallatee qubatutti niti. Bifa gurmaaheen Ganda moggaafatee, aadaa madakfatee, Seenaa isaa Tikfataa, Afaan mijatuuf dubbataa akka jiraatu heyyamameefi. Biyyatu muramee kennameefi. Gaarummaa akka kanaa Addunyaa kamittuu hin Agartu. Waan Arsiin godhe kana Seenaa Addunyaa ammayyaa keechatti Sabni/Biyyi raawwate hin jiru. Ummata kanaan nami Oromoo Tuulamaa ajjeese jedhu fayyaa qabaa? Hin qabu. Dhukkubsataadha. Goondota reeffaati.
1
1
5
193
Oromoo Tuullamatu Arsiitti ajjeefame jedhani. Kha daffaree Arsiin Oromoo Tuullamaa ajjeese jedhes hedduu. Ammoo gaafa Nafxinnaan kha abboonni isii Niitii keechaa cuqqaal-buqqistuf (Wuttaaf-Naqqaay), Tuulama qawwee fi pirogiraamii Faranjitin akaahee buqqisu, Obbolaan isaa Arsiin qubachiisuu hin beektu. Lafaa fi Loon kenneefi dandamachiisuu hin himtu. Gaafa San akka waan activism isiitiin Oromoo wal irraa eeguut turte fakkeechitee himti. Amantiillee taatu akkasi. Nuyi ifatti amantii alaa gale madadaa mormina. Ammoo mormine jannee Oromoo kamittuu abidda hin aggaamne hin aggamnullee. Seenaa isaa keechatti Oromoon kiristaanaa fi Isilaaman wal hiree waltan buune. Chaaptariin akka kanaa Shiniggatti cufame jechumaafi
3
96