Hojii waggaa hedduu fudhatu baatii muraasa keessatti qulqullina isaa eegee xumuramuun isaa dinqisiifannaa guddaa argateera.
Daandiin miillaa bal'aan, sararri baskiliitii fi bakkeewwan boqonnaa namni hundi wal-qixa itti fayyadamu ijaaraman jireenya magaalaa mijaawaa taasisaniiru.